Fayyadamni (Anwendung) kun waa'ee Sirna Gadaa karaa salphaa ta’een, amaloota bu’uuraa fi maalummaa Sirna Gadaa uummata Oromoo irratti odeeffannoofi hubannoo kennuuf yaadame kan qophaa’eedha.
Mataduree / qabduu barbaaddan cuqaasuun / tuquun odeeffannoo (ibsa) bu'uura waa'ee Sirna Gadaa, Sona Ijoowwan Isaa, Caasaa, Sadarkaa, Dhaabbata (Jaarmiyaa), Odaawwan Gurguddoo, Irreecha fi.
Diese App wurde entwickelt, um schnell und einfach das Gada-System der Oromo zu verstehen. Es hebt alle grundlegenden Merkmale und Merkmale des Gada-Systems hervor, indem es die Informationen bereitstellt, die Sie zum Thema des Gada-Systems der Oromo benötigen.
Durch Tippen auf eine bestimmte Schaltfläche / einen bestimmten Titel können Sie schnell auf detailliertere Informationen über das Gada-System, seine Grundwerte, Strukturen, Ränge (Noten), Institutionen, die wichtigsten Odas, Irrecha und die Grundgesetze des Gada-Systems zugreifen.